Obsa Techno
Hindi
, , Saudi Arabia
Movies & Entertainment, Ambient Sounds

141 videos

224K subscribers

Obsa Techno
This channel creates original tech content with my own voice commentary and editing Baga Nagayaan Gara YouTube Channel Obsa Techno dhuftan. HOJIIWWAN OBSA TECHNO Obsa Technon Hojiiwwan Qunnamtiif Odeeffannoo adda addaa sagantaa Afaan Oromootiin hawaasaaf hojjachuu, dhiyeessuu, kan hojatuudha Hojiiwwan keenya keessaa muraasni; -Tajaajila Gorsaa -App Mobile hojjachuu - Aadaa,Afaan, fi Aartii Oromoo guddisuufiis tahee seenaa keenya dhalootaaf dabarsuuf ni hojjanna. - Filmii, fi diramaa, Baaccoo nama barsiisuu fi nama bashannansiisu hawaasaaf hojjachuu Channel Keenya Sochii Kamiyyuu Keessatti Ilmaan Oromoo Sammuu isaanii Qaroomsuu fi Duubatti Hafummaa ilmaan oromoo irraa balleessuuf Qofa kan Hojjatuudha. Isinis Hojii keenya Laaltanii Yaada Qabdan Yoo Nuun Geessan Irraa baranna Obsa Techno Channel kan Oromooti Haa Guddisnu Maatii fi Hiriyoottan keessaniif SUBSCRIBE SHARE gochuun Waliif Qoodaa Beeysisaaf; Obsa1ahmedin@gmail.com

Recent YouTube Videos (6 videos)

YOUTUBE VIDEO
Click to watch on YouTube
3:45
Sample YouTube Video #1
YOUTUBE VIDEO
Click to watch on YouTube
7:22
Sample YouTube Video #2
YOUTUBE VIDEO
Click to watch on YouTube
3:45
Sample YouTube Video #3
YOUTUBE VIDEO
Click to watch on YouTube
7:22
Sample YouTube Video #4
YOUTUBE VIDEO
Click to watch on YouTube
3:45
Sample YouTube Video #5
YOUTUBE VIDEO
Click to watch on YouTube
7:22
Sample YouTube Video #6
Profile Engagement
Average Likes 0
Video views 0
Comments 0
Campaign History 0
My Commercials
Items Prices Comments